Get Mystery Box with random crypto!

Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)

Logo of telegram channel biroobarnootaoromiyaa — Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau) B
Logo of telegram channel biroobarnootaoromiyaa — Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)
Channel address: @biroobarnootaoromiyaa
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 6.48K
Description from channel

Dhaloota Beekumsaan qaroome Omishuudha kaayyoon keenya!
Yaada keessaniif @BBO_Feedbackbot

Ratings & Reviews

3.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 4

2021-07-20 21:23:15

1.1K views18:23
Open / Comment
2021-07-16 17:29:16 Shantam Shubbisaa—Jireenya–Motivational Music






602 views14:29
Open / Comment
2021-07-15 22:20:49 Motivational Song's by Shantam Shubbisaa New 2021






351 views19:20
Open / Comment
2021-07-15 20:08:40 Shantam Shubbisaa—Jireenya–Motivational Music New 2021






647 views17:08
Open / Comment
2021-07-14 19:04:41 Sirba Afaan Oromoo Kan Enyuti Argachuu barbaaddan?
1.8K views16:04
Open / Comment
2021-07-07 20:50:10 ​​ODUU DANSAA 

Albamni Maal Mallisaa gama YouTube'n isinii dhufeera - yeroo muraasaan booda argattu.
Hordoftoota keenya biyya keessaafi alaa, kanneen sirba haaraa kana caqasuuf carraa hin arganneef kun oduu gaariidha. Sirboota albamicha keessatti argaman guutuu isaan karaa chaanaalii YouTube Hachalu Hundessatiin caqasaa.
Fuulli isa sirrii isa kana qofa   Hachalu Hundessa Official
Fuula kana subscribe gochuun guddisaa.
Chaanaalotaafi namoota sirba Hacee buusanii seeraan ala kan ofii isaaniirratti fe'an saaxilaa report godhaa.

You can find Hachalu Hundessa's third album Maal Mallisaa now on the official YouTube channel.
Subscribe and share

የድምፃዊ ሃጫሉ ሁንዴሳ አዲሱ እና 3ኛው አልበም Maal Mallisaa በዩቲዩብ ቀረበላቹ!
#MaalMallisaa #HaacaaluuHundeessaa #HachaluHundessa
━━━━━━━━━━━
JOIN CHANNEL:- OROMO DJ
2.6K views17:50
Open / Comment
2021-07-03 19:20:59
Haacaaluu Hundeessa–Maal Mallisaa Gutuu isaa argachuuf.
2.5K views16:20
Open / Comment
2021-06-30 19:43:28 ​​#HaacaaluuHundeessaa #MaalMallisaa

Albamiin Haacaaluu Hundaassaa Maal Mallisaa’ addunyaarratti sadarkaa 3ffaa qabachuu ibsame

Albamiin Hacaaluu Hundeessaa Waxabbajjii 21 gadhiifame “Maal Mallisaa?” jedhu, gabaa muuziqaa internetii iTunes irratti, albamoota addunyaarratti hedduu gurguraman keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama.

Albamiin kun Kanaadaa fi Awustraaliyaatti albamii hedduu iTunes irratti gurguraamaa jiru sadarkaa 1ffaa irratti argama.
US keessatti ammoo sadarkaa 2ffaa irratti argama.

Chaartiin kun sa'aatiidha sa'aatiitti akka gurgurtaan dabalaa ykn hir’achaa deemeen kan geggeeddaramaa deemudha jedhame.

iTunes chaartiin albamoota weellistoota sirbi isaanii gabaa intarneetaa ITunes Store irratti gurgurame waliin madaaluun kam akka caalaatti gurguramaa jiru sadarkaan kaa'a.

Maddi:-BBC
━━━━━━━━━━━
CHANNEL➧@OROMODJ
735 views16:43
Open / Comment
2021-06-29 22:46:57
Haacaaluu Hundeessa–Maal Mallisaa Gutuu isaa argachuuf.
1.1K views19:46
Open / Comment
2021-06-29 18:57:17
Haacaaluu Hundeessa–Maal Mallisaa Gutuu isaa argachuuf.
602 views15:57
Open / Comment