Keviinn Debruynee fi Kayil Wokeer tapha Waancaa FA Maanchister | Burqaa Ispoortii
Keviinn Debruynee fi Kayil Wokeer tapha Waancaa FA Maanchister Siitii fi Livarpuul Sanbata xiqqaa tasisaan iratti midhama salphaan akka hin hirmaane Daily Mail Sport gabaase.