🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Ten Hag Leenjisaa Maanchister Yunaayitid ta'un qacaramee. Eri | Burqaa Ispoortii

Ten Hag Leenjisaa Maanchister Yunaayitid ta'un qacaramee.

Erik ten Hag waligaltee hanga 2025 isa tursiisuu yoo Mallatteessuu waligalteen kun hanga 2026 dheerachuu akka danda'us gabaafamee jira.

Erik ten Hag bara dorgommii itti aanu irra kaasuun Yunaayitid kaan leenjisuu ta'a.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii