Get Mystery Box with random crypto!

Darwiin Nuuneez garee biyyaalessaa Yuragaayiti hin makamu. N | Burqaa Ispoortii

Darwiin Nuuneez garee biyyaalessaa Yuragaayiti hin makamu.

Nuneez midhama salphaa isa muudateen taphoota Internaashinaala torbee kana taphatamu iratti hin hurmaatu.

Midhamni Nuneez yaaddessa miti guyyoota 10n booda taphoota Piriimeer Liigii iratti akka deebi'u nii eeggama.


             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii