Get Mystery Box with random crypto!

Bukaayoo Saakaan midhamaa maashaa isaa irra isa muudateen gare | Burqaa Ispoortii

Bukaayoo Saakaan midhamaa maashaa isaa irra isa muudateen garee biyyaalessaa gadhiisee bahuun isaa gabaafameera.

Midhamanii isaa cimaa ta'uu baatus ofeeggannoof jecha gara Arsenaal deebi'eera.

             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
         @BurqaaIspoortii