Get Mystery Box with random crypto!

Tapha eeggamaa torbee kanaa dilbata dhufu galgala sa'aatii 12: | Burqaa Ispoortii

Tapha eeggamaa torbee kanaa dilbata dhufu galgala sa'aatii 12:30 irraa kaasun Maanchister Siitii fi Arsenaal gidduutti gaggeefamu Antoonii Teyleer akka dursan beekameera.

Antionii Teyleer tapha Maan Siitii fi Arsenaal gidduutti taasifame kanaan dura yeroo sadi abbaa murtee ta'un kan dursan yoo ta'u isaan kessaa Maan Siitiin si'a lama yoo injifatu tokko walqixaan xummuran.

                      Ⓢⓗⓐⓡⓔ
              @BurqaaIspoortii
              @BurqaaIspoortii