Get Mystery Box with random crypto!

Peep Gaardiyoolaa waa'ee Kool Paalmar ''Maanchistar Siitii g | Burqaa Ispoortii

Peep Gaardiyoolaa waa'ee Kool Paalmar

''Maanchistar Siitii gadhiisuuf bara dorgommii lama na gaafate. Anis ammaaf turiin jedheen, inni garuu bahuu barbaade homaa gochuu hin dandeenyu!"

"Taphataa addaa dandeettii guddaa qabuudha... Daqiiqaawwan amma Cheelsii keessatti argachaa jiru an hin kenninefin ture."

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii