Get Mystery Box with random crypto!

Taphataa jalqabaa liigota Afur keessatti golden boot (kophee w | Burqaa Ispoortii

Taphataa jalqabaa liigota Afur keessatti golden boot (kophee warqee ) injifate.yeroo 3 Laaliigaa keessatti yeroo tokko tokkoo Pirimiyer liigii,Seeri A fi Sa'udii pro liigitti...CR7!

Yaa Jamaa namni kun Yeroo 7 Shaampiyoons liigiin galchii hedduu galchuun badhaasa kana yoo injifatu...Euro golden boot ammoo yeroo tokkos fudhateera.

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii