Get Mystery Box with random crypto!

abamuun dhayii (oddoo – “garden”), biyya Caboo Markaatoo Shagg | ancient history of oromoo and oromia

abamuun dhayii (oddoo – “garden”), biyya Caboo Markaatoo Shaggar mitii Piyaassaa durii yookaan Boolee harraa isa fakkeessa. “Gosoolii Oromoo keessaa kan sirriitti waliigalu, kan sirriitti waldhagawu fidaa”, yoo jedhame Caboon Booranaa fi Gujiillee dursee argamuun isaa hin oolu. Naannoon Caboo gobbina uummataatiin-llee jechuun nama iskuweer-meetira tokko irra qubateenis, Oromiyaa keessaa tokkoffaa tahuun isaa waan hin fane. Garuu, biyyattiin hedduu maddee (xiqqashoo) tan taate. Hammuma barruu kiyyaa geessi yoon jedhe, ijoolleen Caboo hollataa, unkuroo warqee fi asheeta dammaa waan na dhoowwatan natti hin fakkaatu. Fakkeenyaaf, Biyyi Afran Walisoo lookoo sagal qaba. Otoo Habashoonni Oromiyaa hin qabatin, yaa’ii gosa guddaa fi damee gosaa malees, yaa’ii Oromootu ture. Gadaa Oromoo jechaa dha. Gadaan immoo gubbaa irraa jalqabeeti hamma gosaatti jira. Kana keessatti biyyi abbaan duulaa inni yaa’iin filamee waggaalee saddeet bulchu, “lookoo” jedhama ture.
Ittii fufaa