🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 ni l | FBC Afaan Oromoo

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 ni laatama

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 kan laatamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa ibsa miidiyaaleef laateen qormaanni kutaa 12ffaa bara 2012 Gurraandhala 29, 2013 hanga Bitooteessa 2 bara 2013tti kan laatamu ta’uu ifoomseera. Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Barattootaa fi Maatii barattootaa turuu qormaaatichaaf dhiifama…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qormaanni-biyyaalessaa-kutaa-12ffaa-gurraandhala-29-2013-ni-laatama/