🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

ABDII HIN KUTIN! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Ofitti hin gaddin! Abdii hin kuti | GAGGEESSUMMAA

ABDII HIN KUTIN!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Ofitti hin gaddin! Abdii hin kutin! Wanta addaa karaa keetiin qofa raawwatamutu si harka jiraatii ka'ii ammuma hojii eegali!

Dhuguman siin jedha na amani wanti adda ta'e kan karaa keetiin qofa danda'amu jira. si jechuun suma malee namni biraa bakka si hin bu'u.

Hir'ina kee lakkaa'uu dhiisi! Cimina kee lakkaawwadhu! Daangaa ofiif keesse keessaa cabsii bahi! Ni dandeessa. Eeyyeen ni dandeessa.

Yaaltee dadhabdee? Ammas irra deebi'ii yaali!
Hir'ina kee sitti mul'atee abdii kuttee? Ati nama gahaa dha. Sammuu keetti himi! Karoorsii ammuma itti adeemi! Galma gahiinsi sitti dhihoodha.


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN