🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Addunyaan_Garamitti_Deemaa_Jirtii? 1) Biyya Ugaandaa keessat | GAGGEESSUMMAA

#Addunyaan_Garamitti_Deemaa_Jirtii?

1) Biyya Ugaandaa keessatti Macaafa Qulqulluu gubuun mul'achaa jira.

2) Ejjummaan Afrikaa Kibbaatti eeyyamameera; eenyuuyyuu kana booda sababii ejjaatiin nama tokko iyyuu mormuu hin qabu.

3) Biyyootni humna guddaa wajjiin hariiroo uumuu barbaadan hundinuu #hoomoosekshuwaalummaa (hariiroo wal qunnamtii saalaa kan saala wal fakkaataa) shaakaluu fi deeggaruu akka qaban Ameerikaan mirkaneessite.

4) Wal qunnamtii saalaa kan firoota dhiigaa gidduutti godhamu (incest) seera mirkaneessuu fi Jarman mallatteessitee jirti; akkaataa seera kanaattis obboleessaa fi obboleettiin, haati ilma ishee wajjiin, abbaan intala isaa wajjiin akka wal fuudhuu danda'an eeyyama.

5) Magaalaan Miyaamii wal qunnamtii saalaa kan badhee irraa labsaa jirti; kana jechuun namni wal qunnamtii saalaa barbaade kamiiyyuu waldaa amantiitti, daandii irratti, gabaatti, dirree kubbaa miilaatti fi kkf irratti rakkoo tokko malee raawwachuu akka danda'uuttiidha.

6) Kanaadaan wal qunnamtii saalaa kan bineensota wajjiinii (bestiality) eeyyamteetti. Ispeen immoo manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa fi yuuniversiitiiwwan keessatti filmiin poornoogiraafiin akka daawwatamu eeyyamteetti.

7) Seera qabeessummaa daldala wal qunnamtii saalaa (commercial sex work or prostitution) kan daa'immanii. Maarki Luuker 'namni umriin isaa waggaa 10 gadii kamiiyyuu fedhii saalaa qaba waan ta'eef akka isaa wal qunnamtii saalaatiin hin guuttanneef eenyuuyyuu isaan dhorkuu hin danda'u' jedhee falmeera.

8) Dhuma irratti Ameerikaan waldaa seexanni itti sagadamu ifaan ifatti bantee jirti.

Yaa obboloota! Dhumni barichaa dhiyaatee jira. Ol butamuunis gahee jira.
Yesuus dafee dhufa! Maaraanaataa!

Kiristaanotni jeeqamaa jiru; seexanni lubbuu hedduu akka isaan araara Waaqayyoo hin arganne gochaa jira.

Yoo daqiiqaa tokko qabaatte ergaa kana share godhi!

Maaliifiidha mana nyaataafi dhugaatiitti dadammaqiinsaan oollee gaafa gara waldaa dhufnu kan mugnuuf?

Maaliif waa'ee Waaqayyoo haasa'uun kan nutti ulfaatee hamii olii gadi oofuun kan salphateef?

Maaliifiidha ergaa Waaqayyoo namaaf qooduu dadhabnee ergaa hin taane walitti kan erginuuf?

Ergaa kana namoota birootiif share ni goota moo hin barbaaddu?

Yesuus akkas "Yoo isin namoota fuulduratti ana gantan anis Abbaa koo fuulduratti isin gana" jedha!

Yoo Yesuusiin jaalatta ta'e ergaa kana hiriyoottaniif garee beektu hundumaatti share godhi!

“Eenyu illee namoota duratti eenyu akkan ta'e dhugaa ba'ee yoo mul'ise, anis abbaa koo isa waaqa irra jiru duratti dhugaa nan ba'aaf*. Eenyu illee namoota duratti yoo na gane garuu, anis immoo abbaa koo isa waaqa irra jiru duratti isa nan gana” jedhe*. Maatewos 10:32-33


Join godhaa
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia