🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Gorsa!!! ▬▬▬▬▬ ➊. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjedhu! Yoos m | GAGGEESSUMMAA

Gorsa!!!
▬▬▬▬▬
➊. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjedhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama.
➋. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama.
➌. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef.
➍. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha.
➎. Yeroo keetti fayyadami! (Use time wisely)


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ