🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Addunyaa kana irraa namoonni bu'aa gurguddaa buusan gosa lamat | GAGGEESSUMMAA

Addunyaa kana irraa namoonni bu'aa gurguddaa buusan gosa lamatu jira.

Isaanis

➀. Namoota yaada (qalbii) tasgabba'aa ta'e qabanii fi
➁. Kanneen galata galchuu beekanidha.

➶ Namoonni yaada tasgabbaa'aa qaban waan yaadan qajeeltotti hubatu.
➶ Karoora isaanii ni beeku.
➶ Ogummaadhaan socho'u.

➬ Namoonni waan isaaniif ta'e hundumaaf galateeffatan balbala milkaa'insaa isa itti aanutti darbuuf akeeku. Isaan warra gammadaniidha. Gammachuun isaanii kaka'uumsa hojiif bu'uura.
➬ Wanti itti gammadaa hojjetan yoo dadhabanillee nama hin nuffisiisu.
➬ Namni fedha yoo dhabe malee waan tokko fiixan baasuu hin dadhabu.


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ