Get Mystery Box with random crypto!

HOJII FI DUBBII ▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Gaggeessaan dubbii fi hojiin isaa w | GAGGEESSUMMAA

HOJII FI DUBBII
▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ Gaggeessaan dubbii fi hojiin isaa wal hin fakkaanne namicha mataa moluu, kan qoricha rifeensa biqilchu gurguru ta'a. Daldaltichi ofii mataan isaa moluu dha. Garuu qoricha moluu mataa namaatti rifeensa biqilchu gurguruu barbaada.
❏ Namni kuni maammiltoota horachuu ni danda'a jettee yaaddaa? Anaan garuu natti hin fakkaatu.
❏ Mul'anni gaggeessaa gara karoora qindataatti (SMART) ol guddachuu qaba.
SMART:
➾ S - Specific (Murtaawaa)
➾ M - Measurable (Safaramaa)
➾ A - Acheavable (Kan Bira gahamu)
➾ R - Reliable (Dhugoomuu)
➾ T - Time bounded (Daangaa Yeroo)


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ