🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Akeektuu Ogummaa (6): ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Kophaa yommuu jirtu, √ Yaa | GAGGEESSUMMAA

Akeektuu Ogummaa (6):
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Kophaa yommuu jirtu,
√ Yaada kee hubadhu!
➋. Hiriyaa waliin yommuu jirtu,
√ Arraba kee eeggadhu!
➌. Yommuu aartu,
√ Miira kee to'adhu!
➍. Gareedhaan yommuu jirtu,
√ Amala kee ilaalladhu!
➎. Yommuu danqamtu,
√ Ilaalcha kee madaali!
➏. Waaqayyo yommuu si eebbisu,
√ Durii kee yaadadhu!
#Share taasisaa!!!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa