🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

GORSA GAGGAARII ║ Milkaa'ina Jireenyaaf @Gaggeessummaa ▬▬▬▬▬▬ | GAGGEESSUMMAA

GORSA GAGGAARII ║ Milkaa'ina Jireenyaaf
@Gaggeessummaa
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Lafa kana irratti namni tasa yookiin akkasumaan uumame hin jiru.
➋. Namni kophaa ofii jiraachuu danda’u hin jiru.
➌. Jecha ofiif kennitu ilaalladhu!
➍. Ilaalcha ati ittiin of miite caalatti kan si miidhu hin jiru.
➎. Jireenya keetiif eeggannoo cimaa godhi!
➏. Wantootatti of hin madaalin!
➐. Jecha namaaf utuu hin ta’in hojii keetiif iddoo kenni!
➑. Yeroo qabdu utuu hin dabarsin itti dhimma ba’i!
➒. Milkaa’inni fagoo miti, dhiyoo dha.
➓. Wanta dandeessu hojjechuuf of hin qabin!

❍ Waan hojjechuu dandeessu hojjechuuf gatii si baasisu sodaattee fiixaan ba’uumsa irraa duubatti hin deebi’in! Wanti gatii guddaa qabu tola hin argamu.

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa