Ati Qormaata kutaa 12 NAN KUFE jettee aartaayii? Animmoo mufac | GAGGEESSUMMAA
Ati Qormaata kutaa 12 NAN KUFE jettee aartaayii? Animmoo mufachuu kee fi of dhiphisuu kee kanatti nan kolfe! Baay'en sitti gaddes!
Mee waa'ee namoota kufanii milkaa'an tokko sin yaadachiisa; na hordofi! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.
❍ TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.