Get Mystery Box with random crypto!

1. Gaa'ela Gaarii fi Haadha Manaa 1.1. HAADHA MANAA ⁃ Haati | GAGGEESSUMMAA

1. Gaa'ela Gaarii fi Haadha Manaa

1.1. HAADHA MANAA

⁃ Haati Manaa Kennaadha Malee Filannoo Miti!

⁃ Bara jireenya kee guutuu hamma lubbuun lafa irra jiraattutti kan si bira jiraachuu danda'u, mudaa kee fi hir'ina kee sitti dhihoo ta'ee qooddatu, haadha manaa kee qofa. Maatii kee hammam yoo jaalatte iyyuu guyyaa tokko dhiistee deemta. Bakka adeemtu kamiyyuu garuu si waliin ta'ee, si biratti kan hafu haadha manaa keeti!
Guutummaa isaa argadhaa linkii gadii cuqaasuudhaan! Dubbisaa!

https://gracemedia.kbibleverse.com/gaaela-gaarii-fi-haadha-manaa/
https://gracemedia.kbibleverse.com/gaaela-gaarii-fi-haadha-manaa/