Waaee Sammuu keenyaa kanneen kana ni beektuu? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Sammuun nama tokkoo odeeffannoowwan dhugaa taan #Tiriliyoona 100 kuusuu ni dandaa. ❏ Sammuun keenya Sekondii tokko keessaatti murtoowwaan adda addaa 15,000 kennuu ni dandaa. (Kitaaba The purpose Driven life) ❏ Namni tokko yeroo du’u sammuun isaa daqiiqaa torbaaf (7) yaadannoowwan yeroo lubbuun jiruu qabu tartiibaan bifa abjuun ni arga (Psychology facts) ❏ Namni nuyi abjuu keessan arginu kamiyyuu dirqamaan nama ija keenyaan arginee beeknu dha. Sammuun keenya ofii isaatiif fuula yookiin suuraa nama haaraa tokko uumuu hin dandau. ❏ Ulfaatinni Sammuu nama ga’eessa tokkoo giraama 1200 hanga giraama 1400 ni ta’a. ❏ Umuriin nama tokkoo yeroo 30 darbaa adeemu Sammuun isaa Ulfaatina isaa hir’isaa adeema. @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa 3.5K viewsGetu Abera✟, 14:19