🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Bututtii Sammuu (Burnout) Maaltu Fida? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➨ Hojii ofii | GAGGEESSUMMAA

Bututtii Sammuu (Burnout) Maaltu Fida?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➨ Hojii ofii irraa bu'aa gar-malee guddaa eeguu yookiin karoora ifa ta'e dhabuu!
➨ Jireenya yookiin hojii ofii irratti to'annaa dhabuu fi Jireenya ofiitiif madaala dhabuu..... hojii, bashannana, hariiroo maatii fi namootaa fi kan kana fakkaatan wal madaalsisuu dhabuu.
➨ Haala hojii namaaf hin mijanne, burjaajjii ta'e keessa hojjechuu.
➨ Deeggarsa maatii, hiriyaa fi kan kana fakkaatan dhabuu.
➨ Hojii walfakkaataa, kan jijjiirama/dorgommii hin qabne hojjechuu.
➨ Nama mara gammachiisuuf yaaluu!
➨ Hojiin namatti baayyachuu, Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu.
➨ Waan hin dandeenye, garmalee nama muddutti waadaa galuu!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa