🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

➥ Gaggeessaa ta'uun gatii nama baasisa. ⁃ Gaggeessummaan isa | GAGGEESSUMMAA

➥ Gaggeessaa ta'uun gatii nama baasisa.
⁃ Gaggeessummaan isa gaggeeffamuuf gadi jedhanii hojjechuudha.
⁃ Kan humna hin qabneef humna ta'uudha.
⁃ Rakkinaaf mirga kennuu dhiisanii alaabaa moo'ichaa argisiisu dha.
⁃ Yaada jireenyaa qabatanii kufaatii ijibbaachisuu dha.

⁃ Gaggeessummaan gonkumaa bu'aa irratti kan hundaa'e ta'uun irra hin jiraatu.
⁃ Fedhii saba guddaa eeguu irratti xiyyeeffata.

Kuni gaggeessummaa isa sirrii fudhatama qabuu dha.


Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ