Get Mystery Box with random crypto!

➜ Inni garuu jaalala guddaa nu argisiise. Utuu isa hin jaalati | Getu Official

➜ Inni garuu jaalala guddaa nu argisiise. Utuu isa hin jaalatin nu jaalate. Qooda gaddaa gammachuu, qooda booyichaa kolfa nuuf filate. Aangoo du'aa burkuteessee jireenya bara baraa nuuf qopheesse!

Inni gatii guddaadhaan nu bitate. Aarsaa qalmaaf dhihaatu ta'ee bilisa nu baase.
— Ibroota 9:12

"...Nuyi cubbuu jalaa duunee qajeelinaaf akka jiraannuuf, inni ofii isaatii cubbuu keenya dhagna isaatiin baatee fannootti ol ba'e; madaa'uu isaatiin isin in fayyifamtan."
— 1Phe. 2:24

"Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaaddu? Innoo as hin jiru, ka'eera."
— Luqaas. 24:5


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ