🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Dhokataa jireenya namaa, iccitii gola sammuu, miidhama namaa h | Getu Official

Dhokataa jireenya namaa, iccitii gola sammuu, miidhama namaa hundumaa kan namaaf hubatu, Yesus qofadha. Lubbuun kee isatti yoo maxxante bara baraaf gabiitti jiraatti. Lafa kana irratti wanti si yaaddessu, bu'aa bahiin jireenyaa dhukkubbii sammuu sitti ta'u hundinuu akkasumaanidha. Ati yaa isa Waaqayyotti hirkattee gammadi! Wanti inni siif yaade si quubsa. Obsaan eeggadhu waaqni kee si hin daganne.


@Getu_Official
@Getu_Official