Get Mystery Box with random crypto!

Yaadni keessa kee inni akka salphaatti ilaaltu, Osoo waraqaa q | Getu Official

Yaadni keessa kee inni akka salphaatti ilaaltu,
Osoo waraqaa qabsiistee, gatii isaa hin wallaaltu!
Yoo xiqqaate guyyaatti yaada sammuutti si dhufu katabii olkaa'i! Kobbee fi yaadannoo kee firoomfadhu!
- Dubbisi!
- Barreessi!

Don't stop

@Getu_Official
@Getu_Official