彡• Taa'anii fannisanii, dhaabatanii fuudhuun nama dhiba. 彡• | Mammaaksaa fi Jechamoota.
彡• Taa'anii fannisanii, dhaabatanii fuudhuun nama dhiba.
彡• Seenaa bar dhibbaa baruuf, bara dhibba jiraachuun dirqama miti.
彡• Sombaaf jedhanii aalbee hin barbaadan.
┗━━━━━ ━━━━━┛