🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

彡•Jaarsi du’uu ka’e si hin abaarin, daa’imni guddatu si hin | Mammaaksaa fi Jechamoota.

彡•Jaarsi du’uu ka’e si hin abaarin, daa’imni guddatu si hin jibbin!

彡•Waaqatu nu eega jedhanii, balbala banaa hin bulan!

彡•Graan badaan, waan nyaatan nama himsiisa.

┗━━━━━ ━━━━━┛