🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Waggaa waggaan [April 1] guyyaa gowwomsaa [April Fools' Day] j | Mammaaksaa fi Jechamoota.

Waggaa waggaan [April 1] guyyaa gowwomsaa [April Fools' Day] jedhamuun keessumaa biyyoota Lixaattti kabajama.

Guyyaa kana namoonni qoosaafi odeeffannoo sobaallee namaa qoodu. Gaafa abbichi waan jedhame san raawwate 'si gowwomsee [April Fools]' jechuun itti cooku.

Wantoota akkanaa irratti namoota qofa osoo hin taane miidiyaaleen illee qooda fudhatu. guyyaa san akka hin gowwoomfamne of eeggata.

#Nuti ammoo wanni akka kanaa #Aad malee jenne!!!

#Dirqama sobas jara irraa dhaaluu hin qabnu.

#Sobanii nama gammachiisuufi Qoosanii nama naasiisuun hin jiru. Kuni,


#Aad maleee.