彡• Situ diriiree of qochisiise, jedhe gaarri, Lafa diriiraa gadi ilaalee. 彡• Garaa nagaya qabu sukkuumuun, dhukkuba itti fiduudha. 彡• Dhulaandhula garaa jiru, saani cinaacha arraaba. 640 views07:40