Namni ulee qabatee hin deemne, sareef sagadaa deema. Roopiin galaana keessaa bahee, fixeensa arraaba. Aannan banaa dhiisanii hattuu namaan jedhan, jette adurreen. 1.5K views16:05