▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ☞︎︎︎"Hanga lubbuun dachee kana gubbaa jirtutti kabajamuu yoo barbaadde. Wanta hojjatte yookin amala kee nama gammachiisu namatti hin odeessin. Waan hojjattes yaa tahuu waaee amala keetii namoonni siif haa himan malee" ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ @Jechoota_gamnaa ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 1.0K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, 17:04