🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Akkamittin dogoggora jattee ofitti hin jabaatin, salpisii laal | JECHOOTA GAMNAA ✪

Akkamittin dogoggora jattee ofitti hin jabaatin, salpisii laali.
Dogoggora dabarsite laaltee of hin dhippisin, dhiifama ofiif godhi.
Maalumaafin akkana godhe/akkana ta'e” jattee oso of cinqituu, kennaan dogoggorri qabu si jala hin dabrin. Kennaan isaa muuxannoo (experience)dha.

Ati ilma namaati lubbuun jiraannan fuula durattillee dogoggoruun waan si jalaa hafuu miti, dogoggoruma gosa tokko yeroo 2 irra hin deebi'in malee kan yeroo 2 olii dogoggora osoo hin ta'in filannoo fi murtee teeti.

Kanaan ala kan hin dogoggorre rabbii tokkicha qofa ta'uu yaadadhuuti, kaanirraa kaanitti tarkaanfataa deemsa kee itti fufi.


@Kennaa_Tube
@Jechoota_gamnaa