NAMOONNI JIREENYATTI MILKAAAN 1ffaa. ☞︎︎︎"Hir’inaa fi cimina isaanii addaan baafatu yookiin bareechanii beeku. Namoota jireenyatti milkaaanii sadarkaa guddaa irra gahan kan isaan biroon adda taasisu qabxiin tokko yoo jiraate, namoonni kunniin ciminaa fi dadhabina isaanii qajeelchanii beekuu isaaniiti. Waakkachuu irra, namoonni kunniin, hir’ina qaban hubatu yoo itti himames gammachuudhaan simatu." ☞︎︎︎"Amala gaariidhaan ummata biratti mul’atu. Ummata biraa jibbaa fi tuffii horachuun gufuu imala gara milkiitti godhamu gatantarsan keessaa isa tokko." Ittii fufa..... @Jechoota_gamnaa 1.5K views𝗘𝘅𝗽𝗲𝗿𝘁 𝗠𝗮𝗻, edited 16:57