🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Filannoonkee si to'achuu danda'a Waan gootu tokko filannoo ma | JECHOOTA GAMNAA ✪

Filannoonkee si to'achuu danda'a

Waan gootu tokko filannoo mataakeetiin gota,Garuu erga filattee gochaa Sana eegalteen booda waan sanatu sirratti mo'ee si to'ata.
Fakkeenyaaf:-Fiilmii nama gaddisiisu ykn nama gammachiisu ilaaluuf Kan murteessu si'idha,erga fiilmii sana ilaaluu eegalteen booda garuu fiilmii sanatu si murteessa jechuudha....kana jechuun miirakee hunda to'atee gara waa'eesaa yaaduufi isa hordofuutti si deebisaa jechuudha.
~Akkasumalleen jireenya siif ta'uufi hajii/dalagaa siif ta'u murteessuu kan danda'u si'ii waan ta'eef murteessitee utuu to'annaa waan sanaa jala hin galiin filannookee sirreessi.

Filannoo hin badiinaa

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa