🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

'Yeroo abbaan qabeenyaa(sooressi) tokko dhukkubsatu, Harka qal | JECHOOTA GAMNAA ✪

"Yeroo abbaan qabeenyaa(sooressi) tokko dhukkubsatu, Harka qalleessi (Hiyyeessi) qarshii baasee deemee sooressichaan harka fuudha 'Rabbi si haa maaru, fayyi.' Jedhee hawwii qabus ibsaaf. Garuu Yeroo Hiyyeessichi dhukkubsatu namni dhaqee harka fuudhu hin jiru, ofii hanga fayyutti eegee, yeroo fayyu Mana abbaa qabeenyichaa deemee, akka dhukkubsachaa turee fi yeroo dhukkubbicha akkamiin akka dabarse ofii isaa jechaan sooresichatti hima."Chiinuwaa Acheebeetu jedhe.

Isin garuu qabaattanis dhabdanis fayyaa ta'aa.

@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa