Get Mystery Box with random crypto!

'Ani ilma maatii hiyyeessaati. Kophee cimdii bituuf humna waan | JECHOOTA GAMNAA ✪

"Ani ilma maatii hiyyeessaati. Kophee cimdii bituuf humna waan hin qabneef kophee garaagaraa laman godhadha ture. Nyaata nu nyaachisuuf jecha harmeen koo mana namaatti wayyaa micciti ture. Har'a daandii gubbaatti ijoollee jireenya isaanii jijjiiruf yaalan kanan argee bira hin darbine sanaafidha. Sababni isaas jireenyan dabarse sana of duuba deebi'ee waanan yaadadhuufidha"

Saadiyoo Maanee

Jireenya keessa dabartee dhufte dagachuu hin qabdu.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa