☞ Waa shan waan shaniin tolan 1-jirenyi fayyaan tola 2-bareedinni haala gaariin tola 3-hirriibni yaada gaariin tola 4-imaltuun saahiba gaariin tola 5-halkan zikrii Rabbiin tola ☞ Waan Shan waa shaniin bekkama 1-Mukni firiin bekkama 2-Jaartiin yeroo jaarsi miskiinawe 3-Saahibni yeroo Rakkoo 4-Muuminni yaroo mokkorome 5-Arjaan yeroo itti haajaman bekkama @Jechoota_gamnaa @Jechoota_gamnaa 1.6K viewsSIIF Hin GALLEE, 19:59