#Gaggeessaa Tauun Gatii Nama Baasisa. Gaggeessummaan Isa Gaggeeffamuuf Gadi Jedhanii Hojjechuudha. Kan Humna Hin Qabneef Humna Tauudha. Rakkinaaf Mirga Kennuu Dhiisanii Alaabaa Mooichaa Argisiisu Dha. Yaada Jireenyaa Qabatanii Kufaatii Ijibbaachisuu Dha. @Jechoota_gamnaa @Jechoota_gamnaa 626 viewsSIIF Hin GALLEE, 19:28