🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Mammaksa Oromoo ♧Garaan:, 'ani dhagaa nyaadha' jennaan, Ilka | JECHOOTA GAMNAA ✪

Mammaksa Oromoo

♧Garaan:, "ani dhagaa nyaadha" jennaan,
Ilkaan:"eenyuun mari'attee??" Jedheen!.

♧"osoo mariif marabbaa qabaannee saree takkittiin ari'amnee qilee hin buunu" jedhe jaldeessi!

♧"Lilmoon qaawwaa ishee hin agartuu qaawwa namaa duuchitii".

♧"ollaa arrabaan jiraa akkamittan guddadhaa" jette gurri!!.

♧"Har'allee moo? Jette haati ijoolleen beelofne jennaan, ishiin bakka cidhaatii quuftee waan galteef"!.

@Jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa