Get Mystery Box with random crypto!

Sagalee waamichaa hojjennee jirra Anuu si taasuudhaaa... Kanan | Hundee Amantoota Wangeelaa

Sagalee waamichaa hojjennee jirra
Anuu si taasuudhaaa...
Kanan lubbuun bulee weedduu walawwaluu...
Jireenyi widdiidhaa...
An silaa be nagaan ba'ee mana hin galu!
Guddaan yoo si nyaaruuu...
Mootiin barcumarraa bu'ee laqa dhaqaa
Diqqaan yoo si yaamuu...
Bara waa hin jirre guuttatee bashaddaqa!
Narra labanii
Waxxee furrisaan na dhabanii
Sanyii waadaa biyyaa kan wal qallabanii...
Ati naaf qalamnaan lubbuu koo dhabanii....!!!
Eebbifamaa