Get Mystery Box with random crypto!

Hojjettoonni institutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa 4 balaa ko | Hundee Amantoota Wangeelaa

Hojjettoonni institutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa 4 balaa konkolaataatiin lubbuun isaanii darbe

Hojjettoonni dhaabbatichaa duraanii Naannoo Amaaraa godina Debarek naannoo Sanka Ber jedhamutti hojiif osoo deemaa jiruu balaa konkolaataatiin lubbuun isaa darbeera.

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa du’a kanaan gadda guddaa itti dhaga’ame ibsuun hiriyootaafi maatii isaaniif jajjabina hawwaniiru.


@Maranata_Iyyesuus