Get Mystery Box with random crypto!

Qabxiin seensa kutaa 9ffaa naannoo Oromiyaa ifoome ******* Bii | Hundee Amantoota Wangeelaa

Qabxiin seensa kutaa 9ffaa naannoo Oromiyaa ifoome
*******
Biiroon Barnoota Oromiyaa ibsa har'a kenneen Dhiiraaf 50% ol Dubaraaf immo 47% ol ta'uu hubachiiseera.

Barattoota Aanaalee Horsiisee Bulaatti,
Dhiiraaf 47% ol , Dubaraaf 44% ol , barattoota fedhii addaaf Dhiraaf 44% ol Dubaraaf 41% ol ta'uu Hooggana I/A Biirichaa Obbo Girmaa Baayisaa ifoomsaniiru.

Bara kana Barattoota qormata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa 95.1 % ta'an gara kutaa 9ffaatti darbuus hubachiisaniru.

Barattonnii qabxii gadi dhiifame karaa toora intarneetii https://oromia.ministry.et/#/home beekuu akka danda'aan biirichi hubachiiseera.