Get Mystery Box with random crypto!

Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma jiruun Itti fufa je | Hundee Amantoota Wangeelaa

Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma jiruun Itti fufa jedhame

OM (Hagayya 2014) – Baatii Fulbaanaa Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma Baatii Hagayyaan kan Itti fufu ta’uu Miniteerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise. Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa Hagayyaa 26, 2014 hanga Fulbaana 30, 2015tti haaluma baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu Ministeerichi Ibsa Miidiyaaleef laateen beeksiseera.