Get Mystery Box with random crypto!

#Oduu_Dansaa #Yuunibarsiitii_Jimmaa Yuunibarsitii Jimmaa loo | Hundee Amantoota Wangeelaa

#Oduu_Dansaa

#Yuunibarsiitii_Jimmaa

Yuunibarsitii Jimmaa loogoo bara dheeraadhaaf ture kan Afaan Oromoo hin qabne irraa gara loogoo haarawa Afaan Oromoon barreeffameetti jijjiirudhaan seeneetii yuunibarsitii naan guyyaa hardhaa ragga'eera. Afaan Oromoo yuunibarsitii Jimmaa mataa gubbatti bahee ifaa jira.

Yuunibarsitii koo hedduu galatoomaa.
Salphaatti as hin geenye.