🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

SI WAJJIININ LIXA!! Farra jaalalaatin Yoon dhabes gammachu | Hacaaluu official

SI WAJJIININ LIXA!!

Farra jaalalaatin
Yoon dhabes gammachuu
Hin qabu of malee
Eenyuyyu komachuu
Koo belbela garaa
Callisee baadhachu
Malee fala biraa
Hin qabu jiraachuf
Juraadhu ni deebita
du'u ni sabritaa
An Duutu hin sabru
si wajjiinin lixa
Abdii teet garaan koo
Dhaabbatee gubata
Hin hafin akka baaten
guyyaan naaf dhaamota
Yaa deeymma too
Yaa burqaa jannataa
Si malee jireenyi
Dhangaa maalit qaba
Dukkaanafu laale
Lafa arguun dadhaba
naaf deebi'i maalo
Yaa Takke qixxee dhibba(100
).


https://t.me/joinchat/2jMqc1azRh81N2Fk