Channel address:
Categories:
Entertainments
Language: English
Subscribers:
377
Description from channel
🎤 Sirbota Oromo Haaraa
📼 Sirbota Oromo Durii
📷 Suraawwan Garagaraa
📖 Senaa Gototaa
📄 Walalo Adda addaa
🌎 Oduu Wallagaa Arfan
📝 Yaada yoo qabaattani fi
📊 Beksisaaf yoo barbaaddan @kedir_Yasin
❤ oro ❤
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
0
3 stars
1
2 stars
1
1 stars
0
The latest Messages 30
2021-05-14 18:24:28
#Oduu_Ammee
Baga Gammadan
Barattoota baranaa gara University deemtan hundaaf.
Universitiiwwan hundii guyyaa kam akka waaman baruu warri barbaadan hundaaf
134 views(Abula) , 15:24
2021-05-14 18:05:17
Vedio aja'ibaa milishaan naannoo Amhara uummata walloo irratti dhukasa bananii gaafa Abo 5'neen gaafa ...... itti fufuuf
39 viewslami nato, 15:05
2021-05-14 17:33:25
....Oduu ...Simbirtuu
Kabaja Ayyana Tsooma hiikaa Hordoftoota Amantaa Muslimaa irrattii gocha Shororkeessummaa Uumuuf kan turan .See More
''𝙨𝙚𝙚 𝙢𝙤𝙧𝙚'' 𝙠𝙖𝙣 𝙟𝙚𝙩𝙩𝙪 𝙩𝙪𝙦𝙖𝙖 𝙙𝙞𝙗𝙗𝙞𝙨𝙖𝙖!
148 viewsJossy Tujuba, 14:33
2021-05-14 17:27:21
maqaan jallalle keeyi ykn ke Qubee irraa jalqabu tuqun waan aja'ibaa ilaalaa!!
A B C
D E F
G H I
J K L
M N O
P Q R
T U V
W X Y
Z
143 views卂爪丨尺 丂丨尺卂フ, 14:27
2021-05-14 16:54:08
BREAKING NEWS!
ODUU AMMEE!
Wow wow wow wow kunoo dhuguma injifannoo addaa wbon galmeessise keessaa isa guddichadha jechuun waan mormisiisaa miti.godina shawaa lixaa aanaa dirree incinni
168 viewsAbie Deressa, 13:54
2021-05-14 16:43:26
#Oduu_Ammee
Baga Gammadan
Barattoota baranaa gara University deemtan hundaaf.
Universitiiwwan hundii guyyaa kam akka waaman baruu warri barbaadan hundaaf
175 views(Abula) , 13:43
2021-05-13 08:18:38
BAGA GESSAN MUSLIMONNI jechaa
Sobuun Aadaa Oromoo miti kanaaf soba tokko malee channel kenya #KUSH_TUBE jedhu kanaa gadii aadaa fi dhudhaa oromoo kan of kessa qabu join isa jedhu itti bu'aa wal guddifna isin jaalanna
9 viewsKEDIR YASIN (walloo), 05:18
2021-05-13 07:47:58
SIRBII GOTICHA ARTIST BILISUMMAA DINQUU ''ULFA'' JEDHUU GUYYAA BORII KARAA #KUSH_TUBE NI GADHIIFAMA JOIN ISA JEDHUU TUQAATII ITTI DABALAMAA
15 viewsKEDIR YASIN (walloo), 04:47
2021-05-13 07:06:10
Watch " Saaxinii Reenfaa Naaf qophaa'een Obboleessikoo Awwaalame, Ani Bakkeettin kufe Innimmoo manaadu'e" on YouTube
46 viewsJossy Tujuba, 04:06
2021-05-13 00:29:14
SIRBII GOTICHA ARTIST BILISUMMAA DINQUU ''ULFA'' JEDHUU GUYYAA BORII KARAA #KUSH_TUBE NI GADHIIFAMA JOIN ISA JEDHUU TUQAATII ITTI DABALAMAA
119 viewsKEDIR YASIN (walloo), 21:29