Get Mystery Box with random crypto!

Biiroo Barnootaa Oromiyaa

Logo of telegram channel oromia_medianetwork — Biiroo Barnootaa Oromiyaa B
Logo of telegram channel oromia_medianetwork — Biiroo Barnootaa Oromiyaa
Channel address: @oromia_medianetwork
Categories: Entertainments
Language: English
Subscribers: 3.14K

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 2

2020-01-18 19:03:53 Wa'ee Keeti wa 10 sirrittin Beeka
°°°°°°°°°Sif Himuu °°°°°°°°°°°°°

Dhugaa1: ati Barreefama kana dubbisaa jirta
Dhugaa2: Qubee M jadhu osoo Hidhii kee waliin hin tuqin yoo Dubbiste ati dhugaatti cimaadha, garuu inuma hin dubbistu.
Dhugaa3: Dubbisuuf yaala turte
Dhugaa4: seeqxe jirta
Dhugaa6: Seeqxe ykn kofaltee jirta
Dhugaa7: ati Dhugaa lakk 5 irra darbuu kiyya hin hubanne
Dhugaa8: amma akkan irra darbe hubatte jirta
Dhugaa9: seeqxe jirta
Dhugaa10: barreefamni kun wan sitti toleef Like godhuf deemta ta'a.

Amma ammatti kofaluuf share godhi hiriyoota keetif.
Join us
@orosarcasm
@orosarcasm
12.3K views16:03
Open / Comment
2020-01-17 23:03:25 Beellama Habashaa

Abbaa: yaa ilma koo arra namtichi tokko bilbila yeroo bayyee narratti bilbile sin ajjeesa nan jadhee na sodachisa jira.

Ilma: yomiin si ajjeesa siin jedhe?

Abbaa: arra sa'aati 6 irratti na egadhu nan jedha, arra narra dhuumatte natti fakkaata yaa ilma koo

Ilma: ayzoo abbaa koo hin sodaatin

Abbaa: maliif? wan abdatte qabda?

Ilma: Lakkii Habashaan wan beellama hin kabajneef hanga sa'aa 8 ykn 9 lubbuun turu ni dandeessa hin jedhuun seetani.
Feetan kofla ani kotiif kofleen jira

Mee ummanni Beellama hin kabajne Afaan kamiin Finfinnee teenya jedhe dubbata?

Maaliga natti callisuun aboo hiriyoota ketiif Share, wajjiin shashaa ha jannuti.
@orosarcasm
@orosarcasm
10.2K views20:03
Open / Comment
2020-01-05 18:29:37
@Oromomeme
9.7K views15:29
Open / Comment
2020-01-05 18:29:37
@Oromomeme
9.1K views15:29
Open / Comment
2020-01-05 18:29:36
@Oromomeme
8.6K views15:29
Open / Comment
2020-01-02 00:15:52
@Oromomeme
8.6K views21:15
Open / Comment
2020-01-02 00:15:52
@Oromomeme
8.0K views21:15
Open / Comment
2020-01-02 00:15:52

@Oromomeme
7.5K views21:15
Open / Comment
2020-01-02 00:15:52

@Oromomeme
7.3K views21:15
Open / Comment
2020-01-02 00:15:51

@Oromomeme
7.2K views21:15
Open / Comment