🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Kuni kutaa isa xumuuraa Lenjii keenya waa'ee towbaati. #insha | Al-risala-tube

Kuni kutaa isa xumuuraa Lenjii keenya waa'ee towbaati.

#inshaa'allaah leenji itti aanu isin beeksifna.

Al-Hasan al-Basrin gaafa tokko akkana jechuun gaafatamn”Sila Rabbiin fuunduratti qaana’u hin qabnu yommuu cubbuu (dilii) akka araaramuuf Isa kadhannu? Ammalle itti deebinee hojjanna, ergasiis cubbuu (dilii) akka araaramuuf Isa kadhanna. Ammas ni hojjanna.” Deebisaa Al-Hasan Seenaa ilaalaa.