🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

#Sheeyxaanni jinni, namaa fi ibliis qoma namaa keessa seenuun | Al-risala-tube

#Sheeyxaanni jinni, namaa fi ibliis qoma namaa keessa seenuun namatti hasaasu.

Ibni Abbaas akkana jedhu:
“Dhalataan tokkos onnee isaa irra waswaas jiraatu malee hin dhalatu. Yeroo inni Rabbiin faarse, ni baqata, yeroo inni dhiise itti hasaasa.”