🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Haleellaa Boombii hidhattoonni Huusii mana hidhaa keessatti ra | Al-risala-tube

Haleellaa Boombii hidhattoonni Huusii mana hidhaa keessatti raawwataniin lammiileen biyya keennaa lubbuun isaanii dabreef gadda guddaatu namatti dhagahama.

#Rabbiin obbolaa keenya lubbuun isaanii dabarteef haa araaramu, maatii fi fira hunda lammiiwwan keennaatif rabbi obsa haa kennu, zaalima lubbuu namaa karaa maleen balleessuuf ammoo rabbiin waan dalagaa isaa haa kennuuf.


Innaa Lillaahi wa innaa ileyhi Raaji'uun